Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa Laayibeeriyaa Monorooviyaa wayita gahu pirezidaantiin biyyattii Jooseef Naayumaa Bokoyi simatan - ENA Afaan Oromoo
Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa Laayibeeriyaa Monorooviyaa wayita gahu pirezidaantiin biyyattii Jooseef Naayumaa Bokoyi simatan
Sadaasa 22/2017(TOI)- Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa balallii geejjiba imaltootaa jalqabaa Laayibeeriyaa Monorooviyaati deebi’ee jalqabeenmonoroviyaa wayita gahu pirezidaantiin biyyattii Jooseef Naayumaa Bokoyi simataniiru.
Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa, Itiyoophiyaa fi Laayibeeriyaa jidduutti tajaajila geejjiba qilleensaa jalqabuun ummattoota biyyoota lamaanii akkasumas Afriikaa biyyoota addunyaa hafa waliin walitti fiduun shoora adda durummaasaa cimsee akka itti fufu fuula marsariitiisaatiin beeksiseera.