Mootummaan Itoophiyaa Pireezidaantii Haaraa Somaaliilaandiif ergaa baga gammadanii dabarse

Sadaasa 10/2017 (TOI)- Mootummaan Itoophiyaa Pireezidaantii Haaraa Somaaliilaandii ta’uun kan filataman Pireezidaanti Abdirrahmaan Mohaammad Abdillaahiin ergaa baga gammadanii dabarsuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.

Ministeerichi ibsa baaseen, Soomaaliilaandi filannoo Pireezidaantummaa tibba darbe gaggeessiteen Pireezidaanti Abdirrahmaan Mohaammad Abdullaahiin filatamutti maqaa Mootummaa fi Ummataa Itoophiyaan hawwii gaarii qabu ibseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015