Tamsaasa Kallatti:

Af-yaa’iin mana maree bakka bu’oota ummataa Taaggasee Caaffoo baga guyyaa Alabaa geesan jechuun ergaa dabarsaniiru

Onkoloolessa 4/2017 (TOI)- Af-yaa’iin mana maree bakka bu’oota ummataa Taaggasee Caaffoo baga guyyaa Alabaa biyyaalessaa geesan jechuun ergaa dabarsaniiru.

Guyyaan Alaabaa baranaa mata duree “Alaabaan keenya tokkummaa biyyaalessaa, keenyaaf, birmadummaa keenyaa fi  guddummaa Itiyoophiyaaf” jedhuun  yeroo 17ffaaf kabajamaa jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015