Boordiin Hooggansaa Yuunivarsiitii Jimmaa barsiisota saddeetiif pirofeesarummaa guutuu kenne - ENA Afaan Oromoo
Boordiin Hooggansaa Yuunivarsiitii Jimmaa barsiisota saddeetiif pirofeesarummaa guutuu kenne

Adoolessa 21/2016 (TOI) - Boordiin Hooggansaa Yuunivarsiitii Jimmaa barsiisota saddeetiif pirofeesarummaa guutuu kenne.
Yuunivarsiitichi hayyoota waggoota dheeraaf dameelee adda addaatiin tajaajilaa turaniif pirofeesarummaa guutuu kennuu beebkisiseera.
Barsiisota piroofeesarummaa guutuun kenname kunneen;
Dr. Ahmed Zaynuddin Piroofeesara Fayyaa Paaraasitoloojii
Dr. Beeyraa Hayiluu Marasaa pirofeesara Nemaatoolojii
Dr. Leelisaa Seenaa Daadhii, Piroofeesara Fayyaa Hawaasaa Epidemiology
Doktar Mubaarak Abarra Mangistee Piroofeesara Fayyaa Sammuu
Dr. Mulumabeet Abarra Hordofaa Piroofeesara Fayyaa Hawaasaa
Dr. Sirawudinqi Fiqireyesuus Farsiidoo, Piroofeesara Saayinsii Nyaataa fi Teeknooloojii Omisha boodaa
Dr. Yetinnaayet Baqqalee Tolaa Piroofeesara Saayinsii fi Teeknooloojii Nyaataa
Dr. Zarihuun Ayyenoow Birbirsaa piroofeesara Bulchiinsa Humna Namaa ti.
See insights and ads
Like
Comment
Send
Share