Hoggantonni Dhaabbilee Miidiyaalee sosochii hojii Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa daawwatan

Caamsaa 21/2016(TOI) - Hoggantonni Dhaabbilee Miidiyaalee mootummaa fi dhuunfaa har'a sosochii hojii,tarkaanfiiwwaan jijjiramaa Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa daawwatan.

Hoggantoota kanneen abbaa taayitichaatti kutaalee hojii jiraan keessaa kutaa hordoffii miidiyaalee, Deeggarsaa, to'annoo fi bulchiinsaa akkasuma hojii dhaabbatummaa fi hojiiwwan jijjirama Abbaan Taayitichaa hojjechaa jiru ilaalchisuun hogganaan abbaa taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa Mahaammad Idiris fi hoggantoonni abbaa taayitichaa biroon daawwachisaaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015