Obbo Dastaa Lendaamoo sosochii ''Daandii Qulqulluu - Jireenya fayya qabeessaafitti'' dabalaman.

Ebla 22/2016 (TOI) - Pirezidaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Lendaamoo sosochii Daandii Qulqulluu - Jireenyaa fayyaqabeessaaf'' jedhutti dabalaman.

Obbo Dataa Lendaamoon sosochii kanaaf deeggarsa birrii kuma 10 taasisaniiru.

Namni hunduu sosochii kanatti dabalamuun deeggarsa barbaachisaa akka taasisu pirezidaantichi waamicha taasisaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015