Kantiibaa Adaanech Abeebee pirojektii ijaarsa misooma mandara mana jireenyaa Lagahaar jalqabsiisan

Ebla 19/2016(TOI)- Kantiibaan bulchiinsa magaalaa Finfinnee  Adaanech Abeebee pirojektii ijaarsa misooma mandara mana jireenyaa Lagahaar jalqabsiisaniiru.

Kantiibaa Adaanech Abeebee dabalatee hooggantoonni olaanoo bulchiinsa magaalichaa fi hooggantoonni Giift Rii isteet sagantaa jalqabsiisaa kanarratti argamaniiru.

Pirojektiin ijaarsaa yeroo gabaabaa keessatti akka xumuramu ibsame kun kan ijaaramu tumsa bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi Giift riil Isteetiinidha.

Pirojektii Kanaan walumaa gala manneen ammayyaa kuma 12 kan ijaaraman yoo ta’u, marsaa jalqabaatiin manneen kuma 4 akka ijaaraman ibsameera.

Manneen ijaaraman keessaa kuma 3 fi 540 mana jireenyaa 460 ammoo manneen

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015