Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatii sagalii qorachaa jira

Ebla 19/2016(TOI)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatii sagalii qorachaa jira

Kantiibaan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee ofdeeffannoo fuula marsariitiisaaniirratti baasaniin raawwii hojii keenyaa kan baatii sagalii qorachaa jirra jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015