Miseensonni mana maree bulchiinsa magaalichaa pirojektoota misooma kooriidraa daawwachaa jiru

68

Ebla 17/2016(TOI)- miseensonni mana maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee pirojektoota misooma kooriidaraa daawwachaa jiru.

Miseensonni mana marichaa ganama har’aa Finfinnee sararoota misooma kooriidaraa shanitti pirojektichi maalirra akka gahe ilaalaniiru.

Kana malees manneen jireenya namoonni misoomaaf kaafaman ittigalan daawwataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015