Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa balallii torbanitti Kaameeruun magaalaa Duwaalaatti taasisu 11tti guddise

88

Ebla 17/2016(TOI) – Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa balallii  torbanitti Jiddugaleessa daldalaa fi dinagdee Kaameeruun magaalaa Duwaalaatti taasisu gara 11tti guddisuusaa ibse.

Haala Kanaan Caamsaa 26 bara 2016 irraa kaasee balalliisaa gara 11tti  akka guddisu beeksiseera.

Daandiin qilleensichaa yeroo ammaa torbanitti al toorba gara magaalattiitti balali’aa akka jiru beekameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015