Itoophiyaan yaa'ii misooma Faayinaansii idil addunyaa 4ffaa ga'umsaan qopheessuuf qophii taasiisaa jirti.

247

Ebla 16/2016 (TOI) - Itoophiyaan yaa'ii misooma Faayinaansii idil addunyaa 4ffaa Hagayya dhufu geggeeffamu ga'umsaan qopheessuuf qophii taasiisaa jiraachuu Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyeen Atsiqasillaaseen beeksisan.  

Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itti Aantuu Barreessituu olaantuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa  Mahaammad waliin mari'ataniiru.

Marii isaaniin Itoophiyaan yaa'ii misooma Faayinaansii idil addunyaa 4ffaa ga'umsaan qopheessuuf qophii taasiisaa jiraachuu ibsaniirui

Marii isaaniin dhimmoota hariiroo waloo Itoophiyaa fi dhaabbaticha gidduu jiruu fi dhimmoota dursi laatamuufi qaburratti mari'achuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul'isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015