TOI qaqqababummaa isaa babal'isuuf hojii hojjetu Ministeerri Dhimma Alaa gama isaan ni deeggara

61

Ebla 16/2016 (TOI) - Tajaajilli Oduu Itoophiyaa(TOI) qaqqababummaa isaa babal'isuuf hojii hojjetu Ministeerri Dhimma Alaa gama isaan ni deeggara jedhaniiru deetaan Ministira Dhimma Alaa ambaasaaddar Misgaanuu Araggaa.

  Ambaasaaddar Misgaanuu Araggaa  sosochii hojii fi gamoo haaraa Tajaajila Oduu Itoophiyaa daawwataniiru.

TOI madda Odeeffannoo miidiyaalee biyya keessaa fi alaa ta'uun ijaarsa maqaa gaarii biyyaa keessatti dhaabbata gahee duggaa qabu ta'uu eeranii; daawwanna isaani is TOI ijaarsa tekinolojii ammayyaan deeggarame uumuu arguu himaniiru.

TOI qaqqabummaa isaabal'isuuf midiyaalee mootumaa, dhuunfaa fi dijitalaaf madda odeeffannoo ta'uun hanqina hulaa gama odeeffannoon jiru guutaa jirachuu hubachuus himaniiru.

Tajaajilli Oduu Itoophiyaa(TOI) qaqqababummaa isaa babal'isuuf hojii hojjetu Ministeerri Dhimma Alaa gama isaan ni deeggara jedhaniiru deetaan Ministira Dhimma Alaa ambaasaaddar Misgaanuu Araggaa. b

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015