Godina Shawaa Bahaatti ji'oota salgan darban lammiilee kuma 105 oliif carraan hojii dhaabbataan uumameefiira.

44

Ebla 16/2016 (TOI) - Bara baajataa kana ji’oota salgan daeban keessatti  lammilee kuma 105 oliif carraan horiin dhaabbiin uumamuufii Waajjirri Hojii fi Ogummaa godinichaa beeksise.

Itti gaafatamaan waajjira hojii fi ogummaa godina shawaa bahaa obbo Taaddalaa Nugusee TOI'tti akka himanitti godinichatti ji'oota salgan daeban lammilee kuma 105 fi 836'f carraan hojii dhaabbataan uumameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015