Deeggarsii fi hordofiin hoggansaa oomishitummaa damee qonnaaf gahee olaanaa qaba

39

Ebla 15/2016(TOI) - Deeggarsii fi hordofiin hoggansaa oomishitummaa damee qonnaaf gahee olaanaa kan qabu ta'uu Ministeerri Qonnaa beeksise.

Gareen deeggarsaa fi suparvizhinii federaalaa  oomisha qamadii, dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa fi hojiirra oolmaa sagantaa maaddii guutuu irratti daawwana dirree taasisuu wajjirri ministeerichaa hoggantoota olaanoo waliin mari'ateera.

Marii kana irratti hoggantoonni olaanoo ministeerichaa waggoota haaromsaa darban keessatti xiyyeeffannoo guddaa damee qonnaaf kennameen mootummaan haaromsaa fi jijjiirama bal’aa galmeessuu kan danda’e ta’uu odeeffannoon ministeericharraa argame ni mul’isa .

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015