Kaampaaniiwwan biyya keessaa kanneen humna olaanaa dabarsanii fi keebilii elektiriikii oomishuun dhiheessi anniisaa fi industirii telekoomiirratti hirmaachuunsaanii onnachiisaadha- ministira muummee doktar Abiyyi Ahimad

56

Ebla 10/2016(TOI)- Kaampaaniiwwan biyya keessaa kanneen humna olaanaa dabarsanii fi keebilii elektiriikii oomishuun dhiheessi anniisaa fi industirii telekoomiirratti hirmaachuunsaanii guddaa onnachiisaadha jedhan ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad.

Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad erga fuula marsariitiisaaniirratti dabarsaniin hojiin elektiriikii qoqqooduu hojii ijoo waan ta’eef dameen kun deeggarsa guutuu barbaada jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015