Atileet Siisaay Lammaa Maaraatoonii Boostan injifate

259

Finfinnee, Ebla 7/2016 (TOI)- Atileet Siisaay Lammaa Maaraatoonii Boostan injifateera.

Atileet Siisaay fagenyichaa Sa’aatii 2 fi daqiiqaa 6 fi maayikiroo sekoondii 17’n galuun injifachuu danda’eera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015