Ambaasaaddar Tafarraa Darribew hoogganaa hariiroo alaa magaalaa Shaangiduu waliin dhimmoota biyyoota lamaaniirratti mari’atan

186

Ebla 04/2016 (TOI) - Chaayinaatti ambaasaaddarri Itiyoophiyaa ambaasaaddar Tafarraa Darribew Chaayinaatti hoogganaan hariiroo alaa mana qopheessaa magaalaa Shaangiduu doktar Jiyaang Biin waliin dhimmoota hedduu biyyoota lamaaniirratti mari’ataniiru.

Marii Kanaan dhimmoota biyyoota lamaanii tumsaan hojjetamuu danda’anirratti mari’achuunsaanii beekameera.

Haala Kanaan biyyoonni lamaan misooma magaalaa,wwanii, fayyaa, barnootaa fi qonnaatiin waliin hojjechuuf haala dandeessisurratti mari’achuunsaanii ibsameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015