Ayyaanni Iid Al-faxiir magaalaa Gaambeellaatti dammaqinaan kabajamaa jira

162

Ebla 02/2016(TOI)- Ayyaanni Iid Al-faxiir 1445ffaasirnoota amantaa addaddaatiin n magaalaa Gaambeellaatti dammaqinaan kabajamaa jira.

Hordoftoonni amantichaa bariirraa kaasee gara Istaadiyeemii Gaambeellaa dhaquun ayyaana Iid Al-faxiir sirnoota amantaa addaddaatiin kabajaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015