Ayyaanni Iid Al-faxiir 1445ffaan Istaadiyeemii Finfinneetti kabajamaa jira

81

Ebla 02/2016(TOI)- Ayyaanni Iid Al-faxiir 1445ffaan Istaadiyeemii Finfinneetti kabajamaa jira.

Hordoftoonni amantichaa hedduun ayyanicha kabajuuf bariirraa kaasee Istaadiyeemii Finfinneetti argamaniiru.

Sirnoonni amantaa addaddaa sagantaa Kanaan raawwatamaa jiru.

Baatiin Ramadaanaa baatii hawaasni musliimaa hundi soomaa fi Ibaadaan uumaasaa waliin kan walittidhihaatu, tola oolmaan kan itti cimu, baatii amantaa fi eebbifamuu akka ta’e nibeekama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015