Akkaadaamiin Hoggansa Afrikaa fi Humni Elektirikii Itoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee dandeesisu mallatteessan.

63

Ebla 1/2016(TOI) - Akkaadaamiin Hoggansa Afrikaa fi Humni Elektirikii Itoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee dandeesisu mallatteessan.

Waliigaltee kanas pirezidaantiin Akkaadaamii Hoggansa Afrikaa Zaadig Abirhaa fi hoji geggeessaan olaanaa Humna Elektirikii Itoophiyaa Injinar Ashabbir Baalchaa mallateessaniiru.

Waliigalteen kunis dhimmoota sad irratti waliin hojjechuuf kan dandeesisu ta'uun ibsameera.

Haaluma kanaan damicharratti hoggansa gahumsa qabu horachuu, damicharratti hoggantoota maqaa gaarii horataniif beekamtii kennuu fi jiddugala yaanni itti maddu qopheesuu akka ta'e yeroo waliigaltee kun taasifamu himameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015