Hiriirri jijjiirama biyyaa deeggaru magaalaa Hawaasaatti adeemsifamaa jira

142

Bitootessa 30/2016(TOI)- Hiriirri jijjiirama biyyaa deeggaru magaalaa Hawaasaatti adeemsifamaa jira.

Hirmaattonni hirira deeggarsaa kunneen ergaawwan “badhaadhina biyya keenyaaf gamtaan nidhaabanna, biyya keenya gara guddinaatti olbaasuuf hooggansa jijjiiramaa waliin cimnee nidhaabanna, jijjiirama itti nifufsiifna” jedhan dabarsaa jiru.

Kutaaleen hawaasaa addaddaa magaalaa Hawaasaa fi godina Sidaamaa Kaabaa hiriira deeggarsaa kanarratti hirmaachaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015