Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa bakka keessummoonni itti simataman ammayyaa kan erpoortii Jiinkaatti ijaarsise eebbisiisaa jira - ENA Afaan Oromoo
Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa bakka keessummoonni itti simataman ammayyaa kan erpoortii Jiinkaatti ijaarsise eebbisiisaa jira

Bitootessa 25/2016(TOI)- Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa bakka keessummoonni itti simataman amayyaa kan erpoortii Jiinkaatti ijaarsise eebbisiisaa jira.
Hojii raawwachiisaan muummee giruuppii daandii qilleensaa Itiyoophiyaa obbo Masfin Xaaso, hojii raawwachiisaan muummee siviil Aviyeeshinii obbo Geetaachoo Mangistuu Ittiwaamamaan mootummaa muummee mootummaa Itiyoophiyaa Kibbaa obbo Alamaayyoo Bawudiinaa, bulchaan godina Arrii obbo Abrahaam Ataan dabalatee hooggantoonni biroon sirna eebbaarratti argamaniiru.
Akkasumas jaarsoliin biyyaa godina Arrii, bakka bu’oonni hawaasaa fi abbootiin amantaa argamaniiru..