Sadarkaa naannoo Oromiyaatti konfransiin paartii badhaadhinaa Adaamaatti taa’amaa jira

111

Bitootessa 20/2016(TOI)- Sadarkaa naannoo Oromiyaatti mata duree “jecha hojiidhaan badhaadhina Itiyoophiyaaf” jedhuun konfransiin paartii badhaadhinaa magaalaa Adaamaa galma abbaa Gadaatti jalqabame.

Miseensi hojii raawwachiisaa paartichaa fi pirezidaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis dabalatee hooggantoonni olaanoo naannichaa, miseensonni paarticharraa bakka bu’anii fi bakka bu’oonni kutaalee hawaasaa addaddaakonfaransicharratti hirmaachaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015