Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo ministira gargaaraa dhimmoota Qoonsilaa Ameerikaa ambaasaaddar Riinaa Biiyter waliin mari’atan

65

Bitootessa 19/2016 (TOI)- De’eetaan ministitaa ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo ministira gargaaraa dhimmoota Qoonsilaa Ameerikaa ambaasaaddar Riinaa Biiyter waliin mari’ataniiru.

Mariin kunis dhimmoota tajaajila Qoonsilaa, kenniinsa viizaa fi tajaajiloota walfakkaatoo lammiilee biyyoota  lamaaniif kennamu irratti kan xiyyeeffatedha.

Fuulduraaf tajaajila Qoonsilaa fi kenniinsa viizaa ilaalchisuun caalaatti tumsaan hojjechuuf waliigaluusaanii ministeerri dhimma alaa beeksiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015