Dubartoonni kutaa biyya keenyaa addaddaarraa walitti dhufan yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan

68

Bitootessa 18/2016(TOI)- Dubartoonni kutaa biyya keenyaa addaddaarraa walitti dhufan yaadannoo injifannoo Adwaa daawwataniiru.

Yaadannoon injifannoo Adwaa shoora kutaalee hawaasaa hundaa karaa agarsiisuu fi akkaataa dhaloonni dhufu irraa baratuun ijaaramuunsaa akka isaan gammachiise ibsaniiru.

Qoodni dubartoonni injifannoo Adwaarratti qaban golambaa kana keessatti mul’ifamuunsaatti gammaduusaanii odeeffannoon waajjira kantiibaarraa argame nimul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015