Gaaffii misoomaa jiraatoota magaalaa Adaamaa deebisuuf hawaasaa fi dureeyyoota hirmaachisuun tattaaffiin taasifamaa jira

294

Gaaffii misoomaa jiraatoota magaalaa Adaamaa deebisuuf hawaasaa fi dureeyyoota hirmaachisuun tattaaffiin taasifamaa jira

Bitootessa 17/2016 (TOI) - Gaaffii misoomaa jiraatoota magaalaa Adaamaa deebisuuf hawaasaa fi dureeyyoota hirmaachisuun tattaaffiin cimaan taasifamaa jiraachuu miseensa koree jiddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa fi Kantiibaan magaalaa Adaamaa obbo Hayiluu Jaldee beeksisan.

Konfireensin miseensota Paartii Badhaadhinaa magaalaa Adaamaa mata duree ''Jecha gochaan badhaadhina Itoophiyaaf'' jedhuun geggeeffameera.

Obbo Hayiluu Jaldee Konfireensii kanarratti akka himanitti; Paartiin Badhaadhinaa gaaffii misoomaa fi bulchiinsa gaarii uummanni qabu deebisuuf tattaaffii hunda galeessa taasisaa jira jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015