Barattoonni mana barumsaa bultii addaa waldaa misooma Oromiyaa(WMO) yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan - ENA Afaan Oromoo
Barattoonni mana barumsaa bultii addaa waldaa misooma Oromiyaa(WMO) yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan

Bitootessa 16/2016(TOI)- Barattoonni mana bultii addaa waldaa misooma Oromiyaa(WMO) yaadannoo injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Hojiin hojjetame isaanis darabeesaaniitiin biyyasaaniif waan gaarii fi seenaa dhalootaaf darbu hojjetanii akka darban akka isaan kakaase daawwannaa kanarratti dubbataniiru.
Barattoonni yaadannii injifannoo Adwaa daawwachuusaaniitti gammaduusaaniiakka ibsan odeeffannoon waajjira Kantiibaarraa argame nimul’isa.