Itiyoophiyaan meetira kuma 10 dubartootaan meedaaliyaa Meetii fi Naasaa mo’atte

154

Bitootessa 13/2016(TOI)-Atileetonni Itiyoophiyaa dorgommii Fiigicha meetira kuma 10niin meedaaliyaa Meetii fi Naasaa mo’atteetti.

Taphoota guutuu Afriikaa 13ffaa fageenya Kanaan Wudde Kaffaalee lammaffaa Tikkee Amaaree ammoo 3ffaa bahuunshee beekameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015