Manni marichaa walgahii idilee 18ffaa har’a nitaa’a

111

Nitootessa 10/2016 (TOI)- Manni marichaa bakka bu’oota ummataa RDFI walgahii idilee 18ffaa har’a nitaa’a.

Walgahii Kanaan haala faayidaa ummataaf jecha labsii fooyyessaa qabiyyeen lafaa itti gallakkifamu, beenyaan kan ittikafalamuu fi haala kanneen lafarraa ka’an haalli itti deebifamanii dhaabaman murteessuuf bahe qoratee koree dhaabbata dhimmi ilaallatuuf niqajeelcha jedhamee akka eegamu odeeffannoon mana maricharraa argame nimul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015