Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad baankii addunyaatti daarektara Itiyoophiyaa Usmaan Diyoon waliin mari’atan

61

Bitootessa 09/2016(TOI)- Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad baankii addunyaatti daarektara Itiyoophiyaa Usmaan Diyoon waliin mari’ataniiru.

Deeggarsa cimaa baankiin addunyaa Itiyoophiyaaf taasise ministirri muummee galateeffachuusaanii odeeffannoon fuula marsariitiisaaniirratti barreessan nimul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015