Manni maree naannoo Hararii yaa’ii idilee 5ffaa waggaa 6ffaa bara hojii 3ffaa adeemsisuu jalqabe

Guraandhala 14/2016 (TOI)- Manni maree naannoo Hararii yaa’ii idilee 5ffaa waggaa 6ffaa bara hojii 3ffaa adeemsisuu jalqabeera.

Yaa’iin mana maree guyyoota lamaaf turu ajandaalee addaddaarratti nimari’ata.

Gabaasni raawwii hojii bara bajataa 2016 kan baatii jahaa bara bulchaa bulchiinsa naannichaan dhihaatee mariin nitaasifama.

Manni maree kun muudamoota yaa’ii Kanaan dhihaateef niraggaasa jedhamee akka eegamu sagantaa baherraa beekameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015