Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachaa kan turan hoggantoonni Ikuwaatoraal Giinii, Giinii Bi'aawoo fi Boosuwaamaa gara biyya isaaniitti deebi'an - ENA Afaan Oromoo
Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachaa kan turan hoggantoonni Ikuwaatoraal Giinii, Giinii Bi'aawoo fi Boosuwaamaa gara biyya isaaniitti deebi'an
Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachaa kan turan hoggantoonni Ikuwaatoraal Giinii, Giinii Bi'aawoo fi Boosuwaamaa gara biyya isaaniitti deebi'an
Guraandhala 10/2016(TOI) - Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachaa kan turan hoggantoonni Ikuwaatoraal Giinii, Giinii Bi'aawoo fi Boosuwaamaa gara biyya isaaniitti deebi'an.
Hoggantoonni biyyoota kanneenii yeroo isaan buufata xiyyaara idil addunyaa Boolee gahan geggeessaan kabajaa taasifamuufii odeeffannoon Ministeera Dhimma Alaarra argame ni mul'isa.