Doktar Abiy Ahimad pirezidaantii Rippabilika Motaaniyaa fi dura taa'aa Gamtaa Afrikaa yeroo ammaa Mohaamadii Uldii Gaazuwaanii waliin mari'atan

924

Guraandhala 10/2016(TOI) ፦ Ministirri Muummee FDRI Doktar Abiy Ahimad pirezidaantii Rippabilika Motaaniyaa fi dura taa'aa Gamtaa Afrikaa yeroo ammaa Mohaamadii Uldii Gaazuwaanii waliin mari'atan.

Doktar Abiy Ahimad ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaanii qoodaniin pirezidaantii Rippabilika Motaaniyaa fi dura taa'aa Gamtaa Afrikaa yeroo ammaa Mohaamadii Uldii Gaazuwaanii waliin dhimmoota gam lamee fi  ardiiirratti mari'achuu beeksisaniiru.

Dabalataan pirezidaantii Rippabilika Motaaniyaa Mohaamadii Uldii Gaazuwaanii  dura taa'aa Gamtaa Afrikaa ta'uun itti gaafatmummaa fudhachuu isaaniitiif  baga gammaddan jedheeniira jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015