Tamsaasa Kallatti:

Walga’ii Idileen Mana Maree Raawwaachiistotaa Gamtaa Afrikaa 44ffaan eegale

Walga’ii Idileen Mana Maree Raawwaachiistotaa Gamtaa Afrikaa 44ffaan eegale

Guraandhala 6/2016 (TOI)- Walga’iin Idilee Mana Maree Raawwaachiistotaa Gamtaa Afrikaa 44ffaan ha’a Galma Gamtichaatti eegaleera.

Walga'icharratti Komishinarri Komishiinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Fakii Maahamaat, Ministiroota dhimma alaa miseensoota Gamtichaa, Dippilomaatoota fi hoggantoonni dhaabbii Gamtichaa argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015