Waancaan Afriiklaa 34ffaa har’a jalqabama

Amajjii 04/2016(TOI)- Waancaan 34ffaa Afriikaa tapha qopheessituun taphichaa Kotidivuwaar Giinii Bisaawu waliin taasiftuun har’a nijalqabama.

Tapha waancaa Afriikaatiinbarana yeroo jalqabaaf biyyoonni 24 kan hirmaatan yoo ta’u, biyyi waancaa kana mo’ate yeroo jalqabaaf badhaasa olaanaa ta’e doolaara miiliyoona 7 nibadhaafama.

Biyyi taphicha qopheessitu Kotidivuwaarr ramaddii tokko keessatti kan argamtu yoo ta’u, har’a galgala sa’aatii 5tti Giinii Bisaawu waliin istaadiyeemii Alaasaan Otaaraatti nikeessummeessiti.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015