Ramaddiin taphoota mo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome - ENA Afaan Oromoo
Ramaddiin taphoota mo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
345
Mudde 08/2016 (TOI)- Ramaddiin taphoota mo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Poortoon Arsenaal
Naappoolii Baarseloonaa
Pii Esi Jii Riyaal Sooseedaad
Intarmiilaan Atileetiikoo Maadriid
Pii Essi Vii Boorsiyaa Doortimuundi
Laaziyoo Baayer Muuniik
Koppen Hagen Maanchastar Siitii akkasumas
Arbii Lebziig Riyaal Maadriid waliin ramadamaniiru.