Finfinneetti Moosaajiin bulchiinsaa fi itti fayyadama qabeenyaa hojmaata teeknooloojii dijitaalaan hojeessuuf gargaaru eebbifame - ENA Afaan Oromoo
Finfinneetti Moosaajiin bulchiinsaa fi itti fayyadama qabeenyaa hojmaata teeknooloojii dijitaalaan hojeessuuf gargaaru eebbifame

Sadaasa 27/2016 (TOI) - Finfinneetti Moosaajiin bulchiinsaa fi itti fayyadama qabeenyaa mootummaa fi ummataa hojmaata teeknooloojii dijitaalaan hojeessuuf dandeessisu eebbifamee guutummaatti hojii jalqabuusaa kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan.
Kantiibaan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee akka ibsanitti, moosaajiin kun qabeenya mootummaa fi ummataa sirnaan bulchuuf, qisaasaa fihojmaata badaa hambisuuf akkasumas gamoowwan galmeessuun sirriitti beekuun ittifayyadamuuf nidandeessisa.
Moosaajichi dhaabbilee mootummaa 20 irratti yaalamee bu’aqabeessummaansaa kan mirkanaa’e yoo ta’u,dhaabbilee bulchiinsa magaalichaa hafanirratti har’aa kaasee hojiirra ni’oola jedhaniiru.
Abbaan taayitaa bulchiinsa qabeenyaa fi biiroon misooma innoveeshinii fi teeknooloojii walta’uun Moosaajii kana akka uuman kantiibaa Adaanech fuula marsariitiisaaniirratti beeksisaniiru.