Hoggantoonni olaanoo mootummaa naannoo Amahaaraa haala waqtaawaa naannicharratti mariyachaa jiru. - ENA Afaan Oromoo
Hoggantoonni olaanoo mootummaa naannoo Amahaaraa haala waqtaawaa naannicharratti mariyachaa jiru.

Sadaasa 19/2016 (TOI) -Hoggantoonni olaanoo mootummaa naannoo Amahaaraa haala waqtaawaa naannicharratti mariyachaa jiru.
Waltajji marii kanarratti pirezidaantii naannooAmahaaraa obbo Araggaa Kabbadee naannichatti walitti bu'insaa fi tasgabbiin dhabamuun hojiin misoomaa idileen hojjetamuu qaban hedduun hojjetamaa akka hin jirre himaniiru.
Raayyaa ittisa biyyaa fi humna nageenya naannichaa waliigalaan hoggansaa fi ha2aasa nagaa jaalatu waliin qindaa'uun hojii hojjetameen yeroo ammaa naannichaatti bakka hedduutti haalli nageenyaa fooyyee qabu uumameera jedhaniiru.
Nageenya foyya’aa argame kana waareessuun hoggansa hundarra kan eegamu ta’uu eeruu ragaan Biiroo Kominikeeshini naannicharra aragame ni mul’isa.