Itiyo - Telekoom sirna dhiheessi geejibaa fi boba'aa ammayyeessuuf gargaruu ifoomse.

265

Sadaasa 7/2016(TOI) Itiyo - Telekoom sirna dhiheessi geejibaa fi boba'aa ammayyeessuuf gargaruu ifoomse.

Sirni ifoome kunis Kupponii boba'aan ittiin guutamu, Inshuraansii qaama sadaffaa dijitaalaa fi walitti hidhaminsa dhiheessii boba'aa dijitaalaa yoo ta'u hojiin kun rakkoowwan damichi qabu kan furudha jedhameera.

Walitti hidhaminsa dhiheessii boba'aa gara sirna dijitalaatti jijjiruuf kan dandeesisudha jedhameera.

Waraqaa fi tutuqaa harkaan kan raawwatamu tajaajilli gurgurtaa boba'aa kuppooniin raawwatamu gara kupponii dijitaalaatti jiruuf rakkoo jiruuf furmaata kan laatudha jedhameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015