Leenjisaa Gabramadin Hayilee leenjisaa muummee garee biyyaalessaa Itiyoophiyaa ta’uun muudaman

331

Onkoloolessa 23/2016 (TOI) - Leenjisaa Gabramadin Hayilee leenjisaa muummee garee biyyaalessaa Itiyoophiyaa ta’uun muudaman.

Leenjisaa Gabramadin Hayilee leenjisaa muummee garee biyyaalessaa Itiyoophiyaaf waliigaltee waggaa tokkoon muudamuusaanii  federeeshiniin kubbaa miilaa Itiyoophiyaa beeksiseera.

Odeeffannoon federeeshinicharraa argame akka mul’isutti yeroo kanatti waliigaltee qacarrii fi dhimmoota walqabatanirratti ibsi kennamaa jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015