Qaxanaan Daldala Bilisaa Dirre Dawaa qaamolee qooda fudhatoota waliin maryachaa jira. - ENA Afaan Oromoo
Qaxanaan Daldala Bilisaa Dirre Dawaa qaamolee qooda fudhatoota waliin maryachaa jira.

Onkoloolessa 21/2016(TOI) - Qaxanaan Daldala Bilisaa Dirre Dawaa qaamolee qooda fudhatoota waliin magaalaa Dirre Dawaatti maryachaa jira.
Waltajjii marii kanarratti hoggantoonni hojii mootummaa Federaalaafi naannolee, Kantiibaa magaalaa Dirre Dawaa, Pirezidaantoota Yuunivarsiitootaafi hayyoonnii, paarkiiwwaan indastirii, hoggantoota Qaxanaa daldala bilisaa Dirre Dawaa fi dureeyyoonni akkasuma qaamoleen qooda fudhatoonni biroon hirmaachaa jiraachuu Korporeeshiniin misooma Paarkiiwwaan Indastirii beeksiseera.