Giddu Galli nyaataa ‘ Yetasfaa Birhaan’ 20ffaan bakka ministeerri muummee Dr. Abiyyi Ahimad argamanitti eebbifame.

Fulbaana 17/2016 - Giddu galli nyaata dhiheessuu Yetesfa Birhaan 20ffaa  har'a bakka Ministirri Muummee FDRI Dr. Abiy Ahimad argamanitti eebbifameela

Jiddugalli kun  namoota 400 ol kan sooru akka ta’e himameera. 

Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad giddugalicha erga eebbisanii booda, harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015