Guyyaan aarsaa magaalaa Samaraatti kabajamaa jira - ENA Afaan Oromoo
Guyyaan aarsaa magaalaa Samaraatti kabajamaa jira

Hagayya 2/2015(TOI)- Guyyaan aarsaa mata duree “biyya aarsaan cichite” jedhuun magaalaa Samaraatti kabajamaa jira.
Raayyaan ittisaa RDFI, poolisiin federaalaa fi miseensonni poolisii Affaar guyyaa aarsaa kabajamaa jiru kanarratti argamaniiru.
Hooggantoonni olaanoo naannichaa, hooggantoonni poolisii federaalaa fi Affaar bakka argamanitti qophiilee addaddaatiin kabajamaa jira.
Miseensota humna nageenyaa fi namoota dhuunfaa fi dhaabbilee gumaacha guddaa taasisaniif pirezidaantiin naannoo Affaar obbo Awwal Arbaa badhaasa beekamtii fi galateeffannaa kennaniiru.