Aadde Adaanech Abeebee har'a galgala dursitoota dhaabbilee amantaa adda addaa waliin mariyatan. - ENA Afaan Oromoo
Aadde Adaanech Abeebee har'a galgala dursitoota dhaabbilee amantaa adda addaa waliin mariyatan.

Waxabajjii /2015(TOI)፦ Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee har'a galgala dursitoota yaa'ii dhaabbilee amantaafi dhaabbilee amantaa adda addaa waliin mariyatan.
Aadde Adaanech Abeebee karaa toora miidiyaa hawaasummaa isaanii odeeffannoo qoodaniin "Marii keenyaan negeenya waaraa fiduuf kutannoon qindoominaan hojjechuuf waliigalleerra" jedhaniiru.
Walitti dhufeenya fi qindoomina gaarii dhaabbilee amantaa adda addaa jidduu jiru cimsuun hojii misooma jalqabneef barbaachisaa waan ta'eef kana cimsinee itti fufna jedhaniiru.