Qaama pirojektii ministira muummee Abiyyi Ahimad‘Gabataan biyyaaf’ jedhuu kan ta’ee fi riizoortii Halaalaa Keellaa pirojektii kilaastara Koyishaa jalatti misoome mootummaan naannoo kibba lixaa Itiyoophiyaa fudhate - ENA Afaan Oromoo
Qaama pirojektii ministira muummee Abiyyi Ahimad‘Gabataan biyyaaf’ jedhuu kan ta’ee fi riizoortii Halaalaa Keellaa pirojektii kilaastara Koyishaa jalatti misoome mootummaan naannoo kibba lixaa Itiyoophiyaa fudhate

Caamsaa 24/2015(TOI)- Qaama pirojektii ministira muummee Abiyyi Ahimad‘Gabataan biyyaaf’ jedhuu kan ta’ee fi riizoortii Halaalaa Keellaa pirojektii kilaastara Koyishaa jalatti misoome mootummaan naannoo kibba lixaa Itiyoophiyaa ifatti fudhateera.
Mootummaan naannichaa Riisoortii kana maqaa ‘Halaalaa Keellaa’ jedhuun bulchuuf maaneejmantii loojiiwwan Paaraadaayiz, riizoortiiwwan fi hoteelotaa waldaa dhuunfaa ittigaafatamummaansaa murtaa’e waliin waliigaltee rra gaheera.