Manni marichaa yaa'ii idileesaa taa'aa jira

236

Caamsaa 22/2015(TOI):- Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa Yaa'ii idileesaa 23ffaa taa'aa jira.

Manni marichaa wixinee labsii gibira walirra bu'u hambisuu fi gibira galii irratti kaffalamu ilaalchisee mootummoota Itoophiyaa, Lukismbargiifi Siwiizilaand  gidduutti yakkaa gibirarratti raawwatamu ittisuuf dhiyaate ilaalchisee gabaasaa fi yaada koreen dhaabbii karoora, baajataa fi faayinaansii dhiheesse qorachuun ni raggaasisa jedhamee eeggama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015