Pirojeektiin Invastimantii Qindaa'aa Paarkiiwwaan Agiroo Indastirii ifoome.

191

Caamsaa 21/2015(TOI) - Komishiiniin Imvastimantii Itoophiyaa har'a Pirojeektii Invastimantii Qindaa'aa Paarkiiwwaan Agiroo Indastirii ifoomse.

Komishiinichi pirojeekticha Dhaabbata faayinaansii addunyaa(IFC) waliin ta'uun qindaa'uu kan qopheessee yoo ta'u, Invastimantii kallattii  paarkiiwwaan agiroo indastirii qindaa'oo haala ammayyaan ijaaramanitti simachuuf, deeggarsaafi hordoffii taasisuufaa kan kaayyeeffate ta'ee ragaan toora miiidiyaa hawaasummaa ministeerocharra argame ni mul'isa.

Piroojektichi kubbaniyaawwan idil addunyaa 'OCB fi Tiriippil laayin' jedhamaniifi dhaabbilee dhimmi ilaallatu waliin hojiirra kan oolu ta'uun eerameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015