Godina Harargee Bahaatti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa geggeeffame. - ENA Afaan Oromoo
Godina Harargee Bahaatti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa geggeeffame.

Caamsaa 20/2015 (TOI) - Godina Harargee Bahaatti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa geggeeffame.
Hiriirichi magaalaa Haramaayaatti kan geggeeffame yoo ta'u jiraatoonni aanaale godinichaa magaalaa Haramaayyaarra walitti dhufan irratti hirmaataniiru.
Jiraatoonni Raayyaa Ittisa Biyyaa ofiif wareegamee mu jiraachosu maqaa balleessuun haa dhaabatu, Raayyaa Ittisa Biyyaa keenya mallattoo tokkummaa keenyaati dhaadannoo jedhu qabatanii bahaniiru.
"Raayyaa Ittisaa keenya maqaa balleessuun fedhii aangoo ofii guuttachuun hin danda'amu" dhaadannoo jedhuufi kanneen biroo qabatanii bahaniiru.