Magaalaa Shaggaritti hiriirri deeggarsa Raayyaa ittisaa Biyyaa gaggeeffamaa jira - ENA Afaan Oromoo
Magaalaa Shaggaritti hiriirri deeggarsa Raayyaa ittisaa Biyyaa gaggeeffamaa jira

Caamsaa 20/2015 (TOI): Magaalaa Shaggar Kutaa magaalaa Koyyee Facceeitti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa Biyyaa gaggeeffamaa jira
Hiriira kanarratto jiraattonni ergaa adda addaa qabataniiru.
Hirmaattonni hiriira kanaa ergaawwan akka "Rayyaan Ittisa Keenya Itoophiyaa keenya", "Rayyaa Ittisaa keenya kan tuqe ija keenyatti kan dhufedha' jedhu qabatanii bahaniiru.