Yuunivarsiitiin Jimmaa hayyoota 5'f sadarkaa Piroofeesarummaa guutuu kenne. - ENA Afaan Oromoo
Yuunivarsiitiin Jimmaa hayyoota 5'f sadarkaa Piroofeesarummaa guutuu kenne.

Bitootessa 15/2015 (TOI) –Yuunivarsiitiin Jimmaa hayyoota 5'f sadarkaa Piroofeesarummaa guutuu kennuu beeksise.
Seeneetiin Yuunivasiitichaa yaa'ii idilee 58ffaa gaggeesseen hayyoota kanneeniif sadarkaa Piroofeesarummaa guutuu kennuu mirkaneesseera.
Hayyoon kunneenis,
1. Natsaannat Warqinah Giddii- yaala fi fayyaa daa'immaniin,
2. Geetaachaw Abbashuu Disaasaa - Gorsaa Xinsammuun,
3. Guddinaa Tarrafaa Tuuchoo - Inarjii fi fayyaa naannoon,
4. Taammanee Addunyaa Dammissee - Mahaandisummaa Qabeenya Bishaaniin,
5. Qaalkidaan Hasan Abaatee - Sirna Nyaataa fi fayyaa hawaasaan sadarkaa Piroofeesarummaa guutuu argataniiru.